
akka fayyadama isaa hin beekne ni jiruu
Fayyidaa appi kun qaban kessa muraasa
Namaa bira wajjin bilbiluuf vidiyoon ykn sagaleen
Akkasummas faayiloota erguu barbaadan hundaa erguu dandeessu
Fknf app garagara
Vidiyoo garagara
Audio garagara
Document garagara Fkn software kompiitara, kitaabile garagara bifa pdf ta’e Document yo ta’e
Style keyboard achiin waalii erguu ni danda’ama